Browsing Category
Idil Addunyaa
Ajajaa Olaanaan Humna Raayyaa Ittisaa Keeniyaa balaa Heeliikooptariin lubbuun darbuu dhagahame
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC) - Ajajaa Olaanaan Humna Raayyaa Ittisaa Keeniyaa Jeneraal Firaansiis Ogoolaan balaa Heeliikooptariin lubbuun darbuu ibsameera.
Balicha hordofee…
Sochiin Magaalaa Duubaay lolaan danqame
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Gamtaa Emereetotaa Arabaa Magaalaa Duubaayitti rooba cimaa roobe hordofee balaa lolaa mudateen sochii Magaalattiirratti dhiibbaa uumuun ibsame.
Lolaa umame…
Isiraa’eel sagantaa misooma Misaa’eelaa Iraanirra qoqqoobbii haaraan akka kaa’amu waamicha…
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Haleellaa Tasaa Iraan bulchiinsa Isiraa’elirratti raawwatte hordofee Isiraa’eel sagantaa misooma Misaa’eelaa Iraanirra qoqqoobbii haaraan akka…
Soorettiin lammii veetinaam Doolaara biiliyoona 44 burjaajessite du’aan akka adabamtu itti murtaa’e
Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC)- Soorettiin lammii veetinaam Doolaara biiliyoona 44 burjaajessite du’aan akka adabamtu Manni Murtii biyyattii itti murteesse.
Soorettiin umrii 67 Tiru’oongi…
Ingiliiz godaantoota Ruwaandaa qubachiisuu eegaluuf
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) -Ingiliiz Torbeewwan itti aanaan godaantoota Ruwaandaa qubachiisuu eegaluuf ta'uu beeksifte.
Ingiliiz yeroo jalqabaaf lammiilee koola galtummaa gaafatan…
Buufanni Niwukilaraa Zapoorizhiyaa haleelamuun yaaddoo hammeesse
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Haleellaan Diroonii Buufata niwuukilaarii Yukireen Zappoorizhiyaa irratti raawwatame balaa niwukilaaraa cimaa ta'uu akka danda'u Dhaabbannii Mootummoota…
Moozaambikitti Bidiruun dhidhimuun lubbuun namoota 90 darbe
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Kutaa Kaaba Moozaambiikitti Bidiruun dhidhimuun daa'imman dabalatee lubbuun namoota 90 darbuun ibsameera.
Bidiruun kun bulchiinsa Naampuulitii…
Isiraa’eel Kutaa Baha Libaanositti haleellaa qilleensaa raawwatte
Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Xiyyaaronni nama maleeyyiin ishee Hizboolaan haleellamuu hordofee Isiraa'eel Kutaa Baha Libaanositti haleellaa qilleensaa raawwachuu dhaga'ameera.…
Taayiwaanitti kirkirri lafaa reektar iskeelii 7.5 mudate
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Taayiwaanitti kirkirri lafaa reektar iskeelii 7.5 lakkoofsise mudate.
Kirkiraa lafaa kanaan namoonni 711 yoo madaa’aan, lubbuun namoota 4 darbuun…
Raashiyaan haleella Moskoo ilaalchise Ameerikaarratti qorannoo shororkeessummaa eegaluu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Koreen Qorannoo Raashiyaa Haleellaa Moskootti raawwate ilaalchisee Ameerikaa fi biyyoota Lixaarratti qorannoo shororkeessummaa eegaluu beeksiste.…