Browsing Category
Idil Addunyaa
Keeniyaatti balaa lolaan lubbuun namoota 174 darbe
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Keeniyaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 174 olii darbuun ibsame.
Akka gabaasa Ispuutinikitti, sababa dhibbaa jijjirama qilleensaa ‘Ellinoo‘…
Doonaaldi Tiraampi filannoo Kutaa Bulchiinsa Koloraadoo keessaa haqaman
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Duraanii Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi filannoo Pireezidaantummaa bara dhufu gaggeeffamuun Kutaa Bulchiinsa Koloraadootti hindorgoman jedhame.…
Haleellaan Dooniwwan Galaana Diimaarratti raawwatu gatiin Boba’aa akka dabalu taasiisuu mala jedhame
Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Haleellaan Dooniwwan Galaana Diimaarratti raawwatu gatiin Boba’aa fi Shaqaxaalee akka dabalu taasiisuu mala jedhuun ogeeyyiin akeekkachiisan.
Yeroo ammaa…
Nageenya Galaana Diimaaf biyyonni 10 qindoomina uumuufi jedhame
Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Galaana Diimaa irratti nageenya dooniiwwan daldalaa eeguuf jecha biyyoonni 10 qindoomina uumuuf walii galuu Ameerikaan ibsite.
Gartuun Yaman, kan Iraaniin…
Chaayinaatti kirkira lafaa mudateen lubbuun namoota 100 darbe
Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) –Kaabaa Chaayinaatti Kirkiraa lafa mudateen lubbuun namoota 100 ol darbuu fi namoonni 220 ol ammoo miidhaa qaamaaf saaxilamuu ibsameera.
Kirkirri lafaa…
Siisiin Filannoo Pireezidaantummaa marsaa 3ffaa injifatan
Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Ijibti Abdulfattaa Al Siisiin Filannoo pireezidaantummaa marsaa 3ffaa irraa deebiin injifatan.
Al Siisin filannoo torbaan darbe…
Kooriyaan Kaabaa Misaa’eela Baalaastiikaa Ardii qaxxaamuru furgugsite
Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa Misaa’eela Baalaastiikaa Ardii qaxxaamuru furgugsuu gabaafameera.
Kooriyaan Kibbaa fi Ameerikaan haala haleellaa Niwukilarii Kooriyaa…
Doonii qarqaraa Liibiyaattii dhidhimteen lubbuun godaantota 60 darbe
Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)- Dooniin Godaantota qabattee imalaa turte naannawaa qarqara Liibiyaatti dhidhimuun lubbuun godaantota 60 darbuu Dhaabbanni Godaantota Idil-Addunyaa (IOM)…
Chaayinaatti balaa geejjiba baaburaa qaqqabeen imaltoota 515 irraa miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Chaayinaatti balaa geejjiba baaburaa qaqqabeen imaltoota 515 irraa miidhaan qaqqabuun gabaafame.
Imaltoota miidhaan irraa qaqqabes gara hospitaalaatti kan…
Wixineen baajata waraanaa Ameerikaa Doolaara biiliyoona 886.3 ragga’e
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Wixineen baajataa waraanaa Ameerikaa bara dhufuu Doolaara biiliyoona 886.3 dhiyaate raggaasifame.
Wixinee baajatichaa keessaa deeggarsa Yuukireeniif…