Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaan Taayiwaaniin hidhachiisuu akka dhaabdu Chaayinaan gaafatte
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Ameerikaan Taayiwaaniin hidhachiisuu kan itti fuftu yoo ta’e “tarkaanfii cimaan fudhadha”jechuun Chaayinaan akeekkachiiste.
Ameerikaatti Dubbi Himaan…
Paaksitaanitti balaa lolaatiin lubbuun namoota 1061 darbe
Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Baatii Waxabajjii irraa eegalee Paakistaanitti balaa lolaatiin lubbuun namoota kuma 1 fi 61 darbuu gabaafame.
Balichaan namoonni miiliyoona 33 ol…
Magaalaan Neezarlaand Zaheeg dhorkii boba’aa Raashiyaa bituu jalaa ba’uun barbada jette
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Magaalaan Neezarlaand Zaheeg dhorkii boba’aa Raashiyaa bituu jalaa ba’uu akka barbaaddu gabaafame.
Magaalittiin eeyyama yeroo dhorkii boba’aa…
Jarman karoora qusannaa anniisaa raggaasiste
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Jarman karoora qusannaa anniisaa raggaasisuun ishee gabaafame.
Karoorri qusannaa annisaa kun hammi anniisaa ho’aa dhaabbileen ummataa fi biiroleen…
Ameerikaan waggaa 25 booda Sudaanitti Ambaasaaddara ergite
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Ameerikaan waggaa 25 booda Ambaasaaddara ishee jalqabaa Sudaanitti erguu ibsameera.
Sudaan erga tarree biyyoota shororkeessummaa deeggaranii…
Ameerikaan Doolaara Biiliyoona 3 Yuukreeniif deeggarsa taasiisuufi jedhame
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Ameerikaan Doolaara Biiliyoona 3 Waraana Yuukreeniif deeggarsa taasiisuuf ta’uu beeksiifte.
Waraanni Yuukreenii fi Raashiyaa erga eegalee…
Chaayinaan hamma dhiyeessii anniisaa Raashiyaarraa galfattuu dabalte
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Chaayinaan hamma dhiyeessii anniisaa Raashiyaarraa galfattuu dabaluun ishee gabaafame.
Beejiingi baatii Guraandhalaa eegalee Raashiyaarraa kan bitte…
Ameerikaafi Kooriyaan Kibbaa shaakala loltummaa waloo eegalan
Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Ameerikaafi Kooriyaan Kibbaa shaakala loltummaa waloo guddaa ta’e eegaluu gabaafame.
Biyyoonni lameen shaakala loltummaa kana kan eegalan Kooriyaan…
Sudaan labsii yeroo ariifachiisaa labsite
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Sudaan sababa balaa lolaan naannoo 6 keessatti labsii yeroo ariifachiisaa labsiteerti.
Manni Maree Ministirootaa biyyattii walga’ii har’a…
Imraan Kahaan shororkeessummaan himataman
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) –Poolisiin Paakistaan seeraa farraa shororkeessummaa biyyattii eeruun Muummee Ministiraa duraanii Paakistaan Imraan Kahaaniin yakka shororkeessummaan…