Fana: At a Speed of Life!

Garaagarummaan jiraachuun uumama, garuu garaagartee humnaan furuuf yaalutu dogongora – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) -Garaagarummaan jiraachuun uumama, garuu garaagartee humnaan furuuf yaaluun dogongora guddaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Garaagarummaa jiru meeshaa waraanaa fi humnaan furuuf yaaluun bu’aa isaarra miidhatu caala jedhan Dooktar Abiy Ahimad Afgaaffii Afaan Tigreen taasisaniin.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.