Ispoortii
Jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf Sagantaan badhaasaafi beekamtii kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetikisii Afrikaa Umrii waggaa 18 fi 20 gadii Naayijeeriyaa Abuukuutaatti gaggeeffame irratti hirmaateef Sagantaan badhaasaafi beekamtii kennuu gaggeeffameera.
Atileetota, leenjistoota, dursitoota gareefi miseensota jilichaa dorgommicharratti hirmaataniifi…
Read More...
Biriiyaan Mibeemoon Maanchiister Yuunaayitiidiif malatteesse
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) - Jifatan Bireentifoordi Biriiyaan Mibeemoon Maanchiister Yuunaayitiidiif malatteesse.
Lammiin Kaameeruun Jifatan Bireentifoordi Biriiyaan Mibeemoon Paawundii miiliyyona 65 fi ilaallamee kan kaffalamu…
Liiverpuul Hugoo Ekiitikeen mallatteessifachuuf waliigale
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Liiverpuul Jifataa Intiraakti Firaankifarti Hugoo Ekiitikeen mallatteessifachuuf waliigale.
Liiverpuul jijjiirraa kanaaf Paawundii miiliyoona 79 kan baasu yoo ta’u, miiliyoona 69 dursaa fi miiliyoona…
Atileet Madinaa Isaan fiigicha Daayimandi Liigii meetira kuma 5’n Landanitti dorgomame…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Atileet Madinaa Isaan fiigicha Daayimandi Liigii meetira kuma 5'n Landanitti dorgomame injifatte.
Madinaa Isaan fageenyicha daqiiqaa 14 fi sekondii 30 fi maayikiroo sekoondii 57 xumuruun injifatte.…
Atileet Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha Daayimandi Liigii maayila 1 Landanitti dorgomame injifatte
Finfinnee, Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Atileet Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha Daayimandi Liigii maayila 1 Landanitti dorgomame riikkandii fooyyessuun injifatte.
Gudaaf Tsaggaayiin fageenyicha daqiiqaa 4 fi sekondii 11 fi maayikiroo sekoondii…
Noonii Maaduukeen Arsenaaliif mallatteesse
Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Jifataan Cheelsii Noonii Maaduukeen ifatti Arseenaalitti makameera.
Noonii Maaduukeen waliigaltee waggaa shanii hanga bara 2030’tti Arseenaal isa tursiisu mallatteesseera.
Arseenaal jijjiirraa…
Gullisoo 1-1 Dul Azahaabii
Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) - Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Gullisoon Dul Azahaabii waliin galchii 1’n qixa bahe.
Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Giincii, Leeqaa fi Dambi Doolloon tapha mo’anii…