Ispoortii
Buna Itiyoophiyaa 1 – 1 Shaggar
Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Tapha Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan morkiin Buna Itiyoophiyaa fi Magaalaa Shaggar gidduutti gaggeeffame qixaan xumurameera.
Gareen lamaanuu ga’umsa gadi aanaa agarsiisanis taphichi galchii 1 qixa xumurameera.
Shaggar bara kana taphoota piriimeer liigichaa 26 taphate keessaa yeroo…
Read More...
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a falmiin PSGn Liiverpuul waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Taphoota nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a PSGn Liiverpuul waliin taasisu ni eegama.
Tapha mo’anii darbuun Cheeslii dhaqaa gala galchii 8 fi 2’n kan injifate Shaampiyoonaan…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaalii fi Baayerni Muunik milkaa’an
Finfinnee, Bitootessa 29, 2018 (FMC) - Taphoota Nuusa xumuraa Shaamiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaalii fi Baayerni Muunik morkattoota isaanii injifataniiru.
Morkiin kilaboota jajjaboo addunyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Baayerni…
Shaampiyoonaan Olompiikii Paariis, Atleet Gaabii Toomaas dorgommii Girand Piriksii Finfinnee…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2018 (FMC) - Atileetiin Shaampiyoonaa fiigicha meetira 200 Olompiika Paariis, Gaabii Toomaas dorgommii Giraand Piriksii Finfinnee irratti akka hirmaattu beeksisteetti.
Dorgommiin idil-addunyaa guyyaa tokkoo kan…
Ramaddiin Tapha Walakkaa Xumura Waancaa FA Ifoome
Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC)- Ramaddiin tapha walakkaa xumuraa Waancaa FA Ingilaandi ifoomeera.
Haaluma kanaan, gara xumuraatti darbuuf Maanchiister Siitiin Saawuzaampitan waliin, akkasumas Cheelsiin Liidsi Yuunaayitid waliin kan…
Darbiin Sulula Qinxamaa olaantummaa Nageellee Arsiin xumurame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC) -Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 25ffaan darbiin Sulula Qinxamaa olaantummaa warra guchiiwwaniin xumurameera.
Taphni akkaan hawwataa ture morkiin Magaalaa Adaamaa fi Nageellee Arsii gidduutti…
Beekamtiin atileetotaaf kenname dhaloota dhufu ni jajjabeessa – Qananiisaa Baqqalaa
Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC)- Beekamtiin mootummaan atleetota gameeyyiif kenne atleetota kalaan ka'ii kan jajjabeessudha jedhe atleet Qananiisaa Baqqalaa.
Ministirri Muummee Doktar Abiy Ahimad kaleessa kan eebbisan Paarkii…