Ispoortii
Tapha guutuu Oromiyaa 27ffaa oolmaa guyyaa 2ffaan har’a dorgommiiwwan garaagaraa dorgomaman
Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) – Tapha guutuu Oromiyaa 27ffaa magaalaa Ambootti eegalmeen oolmaa guyyaa 2ffaan har'a dorgommiiwwan garaagaraa dorgomamaniiru.
Tapha Kubbaa Miilaan har'a taphatamaniin Shaggar galchii 2 fi 1n Iluu Abbaa Booraa, Magaalaan Baatuu galchii 2 fi 0n Harargee Bahaa, Qeellem Wallaggaa 2 fi 1 Bulchiinsa Magaalaa…
Read More...
Kilaba Kubbaa Miillaa Magaalaa Nageellee Arsiif simannaan taasifame
Finfinnee, Ebla 26, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa bara 2017 kan ta’e Kilaba Kubbaa Miillaa Magaalaa Nageellee Arsiif simannaa ho’aan taasifameera.
Kilabiin Kubbaa Miillaa Magaalaa Nageellee Arsii guyyaa kaleessaa…
Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii maaraatoonii Piraagi injifatan
Finfinnee, Ebla 26, 2017 (FMC) – Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii fiigicha maaraatoonii Rippaabilika Cheek Piraagitti dorgomameen koorniyaa lameeniinuu injifatan.
Dorgommii fiigicha maaraatoonii dhiirotaan atileet Lammii Birhaanuu…
Arsenaal 1 – 2 Boornimaawuuz
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin Arsenaal Boornimawuuziin injifatame.
Taphoota piriimeer Liigii Ingilaand torbee 35ffaa halkan kana taphatameen Boornimaawuuz galchii 2 fi 1n Arsenaal injifateera.
Taphoota…
Nageellee Arsiin Shaampiyoona Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa ta’e
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Kilabiin Kubbaa Miillaa Magaalaa Nageellee Arsii galchii 3 fi 1n Shaggar injifachuun Shaampiyoonaa Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa bara 2017 ta'eera.
Taphni cufiinsaa har’a waaree booda sa’aatii 8:00…
Atileet Abrahaam Simeen fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 injifate
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Atileet Abrahaam Simeen fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daayimandi Liigii Shaangaay injifateera.
Atileet Abrahaam fageenyicha daqiiqaa 8:07.92 xumuruun injifateera.
Atileet Saamu’eel…
Atileet Tsiggee Dhugumaan fiigicha daayimandi Liigii Shaangaay riikkandii fooyyessuun injifatte
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Atileet Tsiggee Dhugumaan fiigicha meetira 800 daayimandi Liigii Shaangaay riikkardii fooyyessuun injifatteerti.
Atileet Tsiggeen fageenyicha daqiiqaa 1:56.64 xumuruun riikkardii fooyyessuun injifachuu…