Ispoortii
Beekamtiin atileetotaaf kenname dhaloota dhufu ni jajjabeessa – Qananiisaa Baqqalaa
Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC)- Beekamtiin mootummaan atleetota gameeyyiif kenne atleetota kalaan ka'ii kan jajjabeessudha jedhe atleet Qananiisaa Baqqalaa.
Ministirri Muummee Doktar Abiy Ahimad kaleessa kan eebbisan Paarkii Isportii Addis keessa, atleet Qananiisaa Baqqalaa dabalatee gootota Olompikii 15f siidaan kabajaa dhaabbateera.…
Read More...
Dorgommiin Ispoortii Aadaa 23ffaa fi Feestivaalli Ispoortii Aadaa 19ffaan olaantummaa naannoo…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC) - Dorgommiin Ispoortii Aadaa 23ffaa fi Feestivaalli Ispoortii Aadaa 19ffaan naannoo Harariitti dorgomamaa ture olaantummaa naannoo Oromiyaan xumurameera.
Dorgommii Ispoortii Aadaa 23ffaa fi…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC) - Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 25ffaan har'a taphoonni 2 ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 9:00 jalqabee Istaadiyeemi Abbabaa Biqilaatti taphni kilaboota Oromiyaa lamaan Adaamaa fi Nageellee…
Inzoo Farnaandees tuuta taphattoota Cheelsiin ala ta’e
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) – Taphataan sarara jidduu Inzoo Farnaandees tuuta taphattoota Cheelsiin ala ta’eera.
Inzoo Farnaandees yaada tibbana kenne horodofee tuuta taphattoota Cheelsiin ala ta’uu isaa leenjisaan kilabichaa…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) -Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sababa tapha biyyaalessaan adda citee ture har'aa eegaluun taphatamu.
Taphoonni torbee 25ffaa tapha har'a Itiyoo Elekrikiin Bahiirdaar keessummeessuun…
Xaaliyaan Waancaa Addunyaan ala ta’uu hordofee pirezidaantiin Feedeereeshinii Kubbaa Miilaa…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Xaaliyaan Waancaa Addunyaan ala ta'uu hordofee pirezidaantiin Feedeereeshinii Kubbaa Miilaa biyyattii, Gabireel Graaviinaa, fedhii isaaniitiin aangoo gad dhiisaniiru.
Pirezidaantichi aangoo gadi…
Yaaddoo sarbiinsa mirga namummaa Waancaa Addunyaa 2026 mudachuu malu
Finfinnee, Bitootessa 21, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 2026 Ameerikaa, Kanaadaa fi Meeksikoo keessatti gaggeeffamu irratti yaaddoon sarbiinsa mirga namummaa mudachuu danda’a jechuun Aministii Internaashinaal beeksise.
Aministii…