Ispoortii
Hansii Filiik waliigaltee isaa dheeressuuf waliigale
Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) - Leenjisaan garee Baarseloonaa Hansii Filiik waliigaltee kilabicha waliin waggaa lamaaf isa tursiisu mallatteessuuf waliigaleera.
Injifannoo El Kilaasiikoo kaleessaa hordofee hoggantoonni kilabichaa leenjisichaa fi bakka bu’aa isaa waliin yeroo turtii isaa ilaalchisee mari'ataniiru.
Mareen boodas Leenjisichi…
Read More...
Liivarpuulii fi Arsenaal walqixa ba’an
Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC) - Tapha piriimiyar liigii torbee 36ffaan Liivarpuul dirree isaa irratti Arsenaaliin keessummeessee galchii 2-2'n walqixa ba'aniiru.
Liivarpuuliif Koodii Gaakpoo fi Diyaaz galchii lamaan yoo lakkoofsisan,…
Taphoonni hirmaannaa Shaampiyansi Liigiif murteessoo ta’an har’a ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) – Tapha Piriimiyar Liigii Ingiliz torbee 36ffaan, dorgommiiwwan hirmaannaa shaampiyansi Liigii bara dhufuuf murteessoo ta’an har’a ni taphatamu.
Hirmaannaa Shaampiyansi Liigiif kan falmatu…
Yuunaayitid tapha xumuraa Waancaa Yurooppaa Liigiif dhaqqabe
Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) - Maanchester Yuunaayitid Atileetik Bilbaa'oo injifachuun tapha xumuraa Yurooppaa Liigiif darbe.
Yuunaayitid tapha dhaqaa galaa Biilbaa'oo waliin taphate goolii 7-1'n injifachuun darbuun Tootenhaam…
Taphni Maanchister Yuunaayitid fi Atleetik Biilbaa’oo har’a taphatan tapha eegamaa dha
Finfinee, Ebla 30, 2017(FMC) – Tapha deebii Walakkaa xumuraa Yuurooppaa Liigiin Maanchistar Yuunaaytid dirree isaa Oltraafoorditti halkan saa’a afur irratti Atileetik Biilbaa'oo keessummeessa.
Tapha marsaa jalqabaan Maanchistar…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSGn xumuraaf darbe
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Tapha deebii Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a taphatameen PSGn Arsenaal injifachuun xumuraaf darbe.
PSGn dhaqaa gala galchii 3 fi 1n Arsenaal injifachuun falmii xumuraaf darbeera.…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a PSGn Arsenaal keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har'a PSGn Arsenaal keessummeessu ni eegama.
Har'a halkan sa'aatii 4:00 eegalee falmiin kilaboota lamaan gidduutti xumuraaf…