Ispoortii
Taphoonni hirmaannaa Shaampiyansi Liigiif murteessoo ta’an har’a ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) – Tapha Piriimiyar Liigii Ingiliz torbee 36ffaan, dorgommiiwwan hirmaannaa shaampiyansi Liigii bara dhufuuf murteessoo ta’an har’a ni taphatamu.
Hirmaannaa Shaampiyansi Liigiif kan falmatu Maanchistar Siitiin gara Istaadiyamii Seenti Meeriitti imaluun liigicha keessaa gadi bu’uu kan mirkaneeffate Saawuz…
Read More...
Yuunaayitid tapha xumuraa Waancaa Yurooppaa Liigiif dhaqqabe
Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) - Maanchester Yuunaayitid Atileetik Bilbaa'oo injifachuun tapha xumuraa Yurooppaa Liigiif darbe.
Yuunaayitid tapha dhaqaa galaa Biilbaa'oo waliin taphate goolii 7-1'n injifachuun darbuun Tootenhaam…
Taphni Maanchister Yuunaayitid fi Atleetik Biilbaa’oo har’a taphatan tapha eegamaa dha
Finfinee, Ebla 30, 2017(FMC) – Tapha deebii Walakkaa xumuraa Yuurooppaa Liigiin Maanchistar Yuunaaytid dirree isaa Oltraafoorditti halkan saa’a afur irratti Atileetik Biilbaa'oo keessummeessa.
Tapha marsaa jalqabaan Maanchistar…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSGn xumuraaf darbe
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Tapha deebii Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a taphatameen PSGn Arsenaal injifachuun xumuraaf darbe.
PSGn dhaqaa gala galchii 3 fi 1n Arsenaal injifachuun falmii xumuraaf darbeera.…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a PSGn Arsenaal keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har'a PSGn Arsenaal keessummeessu ni eegama.
Har'a halkan sa'aatii 4:00 eegalee falmiin kilaboota lamaan gidduutti xumuraaf…
Gareen Kubbaa Miillaa Dubartootaa Baankii daldalaa mo’ataa piriimiyar liigichaa ta’e
Finfinnee, Ebla 28, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miillaa Dubartootaa Baankii daldalaa dorgommii piriimiyar liigii dubartootaa bara 2017 injifate.
Garichi dorgommii torbee 25ffaan kutaa magaalaa Boolee 5-0’n mo’achuun taphni tokko utuu…
Tapha guutuu Oromiyaa 27ffaa oolmaa guyyaa 2ffaan har’a dorgommiiwwan garaagaraa dorgomaman
Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) – Tapha guutuu Oromiyaa 27ffaa magaalaa Ambootti eegalmeen oolmaa guyyaa 2ffaan har'a dorgommiiwwan garaagaraa dorgomamaniiru.
Tapha Kubbaa Miilaan har'a taphatamaniin Shaggar galchii 2 fi 1n Iluu Abbaa…