Ispoortii
Baankiin Daldala Itiyoophiyaa galchii 5 fi 0n Walaayittaa Diichaa injifate
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) –Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 25ffaa har’a waaree booda taphatameen Baankiin Daldala Itiyoophiyaa galchii 5 fi 0n Walaayittaa Diichaa injifateera.
Sagantaan torbee 25ffaa liichaa Itti fufuun galgala kana Faasiil Walqixxee waliin ni falmata.
Baankiin Daldala Itiyoophiyaa qabxii 53 liigicha…
Read More...
Har’a Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni 2 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Har’a galgala Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni qixxeessituun 2 ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 3:45 eegalee Biraayitan Cheelsii kan keessummeessu yoo ta’uu, sa’aatii 4:00 irraa jalqabee…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin tapha murteessaa Tootenhaamii fi Maanchiister Siitii gidduutti…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni qixxeessituun Tootenhaamii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo argateera.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphni…
Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun morkii waancaa cimsate
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaa har'a taphatameen Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun morkii waancaa cimsateera.
Arsenaal galchii 1 fi 0n Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun…
Maanchiister Siitiin Fuulhaam injifachuun morkii Waancaa cimsate
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaa har'a waaree booda taphatameen Maanchiister Siitiin Fuulhaam injifachuun morkii Waancaa cimsateera.
Maanchiister Siitiin galchii 4 fi 0n Fuulhaam…
Sagantaan Xomboraa ibsuu Olompikii Paaris 2024 Magaalaa Boongaatti gaggeeffameera
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Sagantaan Xomboraa ibsuu Olompikii Paaris 2024 mata duree ‘Itiyoophiyaan haa dorgomtu, dorgomtees haa injifattu’ jedhuun Magaalaa Boongaatti gaggeeffameera.
Sagantichaarraatti…
Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaan taphni har’a Maanchiister Siitiin Fuulhaam…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaan taphni har’a waaree boodaa sa’aatii 8:30 eegalee Maanchiister Siitiin Fuulhaam waliin taasiisu ni eegama.
Taphni boru galgala sa’aatii…