Ispoortii
Arjentiinaan shaampiyoonaa Waancaa Kooppa Ameerikaa taate
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC) – Tapha xumuraa Waancaa Kooppa Ameerikaa ganama kana taphatameen Arjentiinaan, Kolombiyaa injifachuun yeroo 16ffaaf Shaampiyoonaa taate.
Arjentiinaan galchii 1 fi 0n Kolombiyaa injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Kooppa Ameerikaa 48ffaa taaterti.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Ispeen shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa 17ffaa taate
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC) – Tapha xumuraa Waancaa Awurooppaa halkan kana taphatameen Ispeen, Ingilaand injifachuun yeroo 4ffaaf Shaampiyoonaa taate.
Ispeen galchii 2 fi 1n Ingilaand injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa…
Hundeeffama Machaal Waggaa 80ffaa sababeffachuun taphoonni michummaa gaggeeffaman
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)-Hundeeffama Garee Kubbaa Miilaa Machaal Waggaa 80ffaa ilaalchisuun taphoonni michummaa garaagaraa gaggeeffamaniiru.
Haaluma kanaan tapha Garee Aanga’ootaa fi Garee Abbootii Qabeenyaa gidduutti…
Taphni Xumuraa Waancaa Awurooppaa har’a gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)-Taphni xumuraa Waancaa Awurooppaa 17ffaan tapha Ispeenii fi Ingiliz gidduutti gaggeeffamuun har'a goolaba argata.
Taphni Waancaa Awurooppaa keessummeessummaa Jarmaniin Waxabajjii 7, 2016 Irraa eegaluun…
Luwiis Naanii fi Niwaankiwoo Kaanuun guddina kubbaa miilaa Itiyoophiyaaf deeggarsa barbaachisu…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) –Taphataan Kubbaa Miilaa duraanii Poorchugaal Luwiis Naanii fi kan Naayijeeriyaa Niwaankiwoo Kaanuun guddina kubbaa miilaa Itiyoophiyaaf deeggarsa barbaachisu taasiisuuf qophii ta'uu ibsan.
Taphattoonni…
Leenjisaa Gaareez Saawuuzgeet taphattoonni isaanii of eeggannoon akka taphatan akeekkachiisan
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Ingilaandi Gaareez Saawuuzgeet tapha Waancaa Awurooppaan Ispeen injifachuuf gareen isaanii of eeggannoon akka taphatan akeekkachiisaniiru.
Yeroo 2ffaaf tapha xumuraaf…
Jilli Garee Kubbaa Miilaa Kiitaaraa Finfinnee gale
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Jilli Garee Kubbaa Miilaa Ugaandaa Kilaba Kiitaaraa Finfinnee galeera.
Jilichi waayita Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahu Walitti qabaa Boordii Kilaba Machaal Dooktar Saayifa Geetahuun,…