Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Faransaay Beeljiyamiin 1 fi 0’n injifatte

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a gaggeeffameen Faransaay Beeljiyamiin 1 fi 0’n injifatteetti. Haaluma kanaan Faransaay gara taphaa nuusa xumuraatti ce'uu mirkaneeffatteetti. Halkan kana sa’aatii 4:00 irraa eegalees taphni Poorchugaal Islooveeniyaa waliin taasistu akkan kan eegamuudha. #Oromia…
Read More...