Ispoortii
Dorgommiin biyyaalessaa Leenjii fi Madaallii Ispoortii guddattootaa xumurame
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Dorgommiin biyyaalessaa Leenjii fi Madaallii Ispoortii guddattootaa qopheessummaa Ministeera Aadaa fi Ispoortii fi keessummeessummaa Naannoo Oromiyaan geggeeffamaa ture milkaa'inaan xumurameera.
Dorgommiin yaada ijoo "Misoomni ispoortessitoota guddattootaa Olka'iinsa Itiyoophiyaaf" jedhuun Guraandhala 2,…
Read More...
Morkii har’a Bireentifoord Arsenaal waliin taasisu…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Arsenaal dursummaa isaa cimsachuuf morkiin Bireentifoordi waliin taasisu hawwiin eegama.
Har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee Bireentifoordi…
Maanchister Siitiin Fulhaamiin injifate
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Maanchister Siitiin Fulhaamiin 3 fi 0'n injifateera.
Galgala sa'aatii 4 fi 30 irraa eegalee tpha taphatame kanaan Semeeniyoo, Oreelii fi…
Tapha Maanchister siitii fi Fulhaam eegamu…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Maanchister Siitiin morkii waancaaf qabu cimsachuuf har'a ni tapahata.
Siitiiwwan har'a galgala sa'aatii 4:30 irratti Fuulhaam waliin taphatu.…
Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 26ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 26ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee Cheelsii - Liidiis Yuunaayitiid, Eevartan – Boornimaawuuz waliin yoo taphatan,…
Faasiil 0 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’inaa
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Tapha qixxeessituu Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa har’a taphatameen Hadiyyaa Hoosaa’inaan Faasiil injifateera.
Hadiyyaan galchii 1 fi 0’n Faasiil injifateera.
Kana hordofee Faasiil carraa liigicha…
Leenjiifi dorgommiin Ispoortii guddattootaa biyyaalessaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 1, 2018 (FMC) – Leenjiifi dorgommiin Ispoortii guddattootaa biyyaalessaa qopheessummaa Naannoo Oromiyaan Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Sagantaan baniinsa leenjiifi dorgommii kanaa mata duree “Misooma…