Ispoortii
Ispoortiin tokkummaafi walooma cimsuu keessatti gahee olaanaa qaba- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Ispoortiin tokkummaafi walooma cimsuu keessatti gahee olaanaa qaba jedhan Ministira Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamasgeen Xurunaan Tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamu jalqabsiisaniiru.
Ispoortiin tokkummaafi walooma cimsuu keessatti gahee olaanaa qabaachuu…
Read More...
Sirni baniinsa tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Sirni baniinsa tapha Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan magaalaa Jimmaa Istaadiyemii Yuunivarsiitii Jimmatti gaggeeffamaa jira.
Sagantichi bakka hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa fi…
Taphni Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan har’a eegala
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Taphni Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan har'a magaalaa Jimmaa Istaadiyemii Yuunivarsiitii Jimmatti eegala.
Taphni guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan kun har'aa eegalee guyyoottan kurnan itti…
Tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaaf qophiin xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Tapha Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu xumurame jedhe Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa.
Taphni Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan qindoomina…
Xomborri Olompikii Oromiyaa keessa ture har’a Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaaf dabarfamuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Naannoo Sidaamaarraa Oromiyaan kan simatame Xomborri Olompikii har'a Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaaf dabarfamuuf imalaa jira.
Mallattoo Nageenyaa, Obbolummaa fi tokkummaa kan…
Gooticha abbaa meedaaliyaa warqee 24 Atileet Qananiisaa Baqqalaa
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Gooticha biyya isaaf meedaaliyaa warqee 24 argamsiise Atileet Qananiisaa Baqqalaa.
Atileetoonni Itiyoophiyaa hedduun dirree idil addunyaarratti seenaa Itiyoophiyaa fi ummataa isaaniif boonse…
Atileet Yeneewaa Nibrat fiigicha daayimandi Liigii meetira kuma 10 Osilootti dorgomame injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Atileet Yeneewaa Nibrat fiigicha daayimandi Liigii meetira kuma 10 Noorweey Osilootti dorgomame injifatte.
Atileet Yeneewaa Nibrat fageenyicha daqiiqaa 30:28.82 xumuruun…