Ispoortii
Machaal hundeeffama isaa waggaa 80ffaa qophiilee garaagaraan kabajaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Kilabni Ispoortii Machaal hundeeffama isaa waggaa 80ffaa qophiilee garaagaraan kabajaa jira.
Guyyaa hundeeffama isaa waggaa 80ffaa mata duree 'Machaal Itiyoophiyaaf' jedhuun kabajaa jira.
Guyyicha sababeeffachuun Dilbata dhufu fiigichi daandirraa meetira kuma 10 ni gaggeeffama jedhame.
Kaayyoon…
Read More...
Waancaa Awurooppaan har’a taphni Xaaliyaanii fi Kirooshiyaa gidduutti taphatamu hawwiin eegama
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphoonni marsaa xumuraa ramaddiiwanii biyyoota ramaddii ‘B’gidduutti taasiifamu ni eegama.
Halkan saa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphni Xaaliyaanii fi Kirooshiyaa…
Fiigicha meetira kuma 10 Boostanitti fiigame Atileetoonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Fiigicha meetira kuma 10 Boostanitti dubartoota gidduutti dorgomameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaa ba’uun injifataniiru.
Atileet Maliknaat Wuddeen fageenyicha daqiiqaa 31:15 xumuruun…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Qiddus Giyoorgisii fi Baankiin Daldalaa qixa bahan
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaa har'a taphatameen Qiddus Giyoorgisii fi Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa galchii 1 qixa xumuruun qabxii qoodataniiru.
Baankiin Daldalaa…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan har’a dorgommiiwwan xumuraa ni gaggeeffamu
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) –Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 23ffaa Kaameeruun Magaalaa Duuwaalaatti gaggeeffamaa jirun har'a dorgommiiwwan xumuraa Atileetoonni Itiyoophiyaa itti hirmaataan ni gaggeeffamu.
Haaluma kanaan…
Waancaa Awurooppaan har’a taphni Jarman Siwiizarlaand waliin taasiiftu ni eegama
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) –Waancaa Awurooppaa 17ffaan taphoonni marsaa xumuraa ramaddiiwwanii har'aa eegaluun kan taphataman yoo ta'uu,taphni Jarman Siwiizarlaand waliin taasiiftu ni eegama.
Jarman marsaa itti aanutti darbuu…
Joorjiyaa fi Cheek qixa ba’an
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaan Joorjiyaa fi Rippaabilkiin Cheek 1 fi 1 qixa ba’aniiru.
Galgalaa kana sa’aatii 1:00 irratti taphni Porchugaalii fi Turki gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannaa olaanaan…