Ispoortii
Waaliyaawwan har’a gita isaanii Seeraaliyoon waliin ni taphatu
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii waancaa Addunyaa marsaa jalqabaa gita isaa Seeraaliyoon waliin har'a ni taphata.
Moorookoo magaalaa Al Jaadiidaa Istaadiyeemii Al Abdiitti galgala har’aa sa’aatii 4:00 eegaluun tapha jalqabaa gulaallii waancaa Addunyaa kan gaggeessu ta’uu…
Read More...
Atileet Tigisti Asaffaan filannoo badhaasa xumuraa Atileetii cimtuu waggaa 5 marsaa xumuraaf geesse
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Fiigicha Maaraatooniin riikkardii addunyaa kan fooyyeessite Atileet Tigisti Asaffaan kaadhimamtoota badhaasa waggaa Atileetii cimtuu marsaa xumuraaf geesse.
Atileetiksiin Addunyaa atileetota shan marsaa…
Cheelsii 4 – 4 Maanchiister Siiitii
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Taphni Si'oominaan eegamaa ture qixaan xumurame
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni Cheelsii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti gaggeeffame goolii 4 qixaan xumurameera.
Siitiin yeroo sadi dursus…
Fiigicha Maaraatoonii Beeruutiin Atileetoonni Itiyoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) –Fiigicha Maaraatoonii Beeruutiitti fiiggameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu riikkardii iddichaa fooyyeessuun injifatan.
Dorgommii dhiiroota gidduutti taasifameen Atileet Gaaddisaa…
Taphataan sarara fuulduraa Gaanaa Raafaa’el Daamenaa, dirree keessatti gaggabee kufuun lubbuun isaa…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Gaanaa Raafaa’el Daamenaa, dirree keessatti gaggabee kufuun lubbuun isaa darbuu ibsameera.
Tapha liigii Albaniyaatti taphatamaa tureratti Daamenaan, Egnaatiyaa bakka bu’uun…
Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid morkattoota isaanii yoo injifatan, Tootenhaam injifatame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaand har'a gaggeeffameen Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid morkattoota isaanii yoo injifatan, Tootenhaam injifatameera.
Arsenaal Burnileey goolii 3 fi 1,…
Taphattoonni Garee Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaaf taphatan ifooman
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Taphattoonni Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaaf taphatan 23 ifoomaniiru.
Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Gabre Madiin Haa'ileen…