Ispoortii
Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee xumuraa hawwiin eegaman
Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2023/24 boru xumura argata.
Boru waaree booda sa’aatii 12:00 irraa jalqabee taphoonni 10 sa’aatii walfakkaatuutti ni taphatamu.
Taphni Arsenaala Eevartan, Maanchiister Siitiin Weest Haam waliin taasiisan hawwiin eegama.
Waancaan liigicha…
Read More...
Atileet Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Olompikii Paariisirratti injifannoo galmeessuuf qophaa’uu…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Atileetiin buleessi Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Olompikii Paariis 2024 irratti injifannoo galmeessuuf qophaa’uu ibseera.
Atileet Qananiisaan Olompikii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’uun…
Atileetoonni Maaraatoonii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’an ifooman
Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Atileet Qananiisaa Baqqalaa dabalatee Atileetoota Maaraatoonii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’an ifoomseera.
Federeshinichi Atileetoota…
Baankiin Daldala Itiyoophiyaa galchii 5 fi 0n Walaayittaa Diichaa injifate
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) –Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 25ffaa har’a waaree booda taphatameen Baankiin Daldala Itiyoophiyaa galchii 5 fi 0n Walaayittaa Diichaa injifateera.
Sagantaan torbee 25ffaa liichaa Itti…
Har’a Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni 2 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Har’a galgala Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni qixxeessituun 2 ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 3:45 eegalee Biraayitan Cheelsii kan keessummeessu yoo ta’uu, sa’aatii 4:00 irraa jalqabee…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin tapha murteessaa Tootenhaamii fi Maanchiister Siitii gidduutti…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni qixxeessituun Tootenhaamii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo argateera.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphni…
Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun morkii waancaa cimsate
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaa har'a taphatameen Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun morkii waancaa cimsateera.
Arsenaal galchii 1 fi 0n Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun…