Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaampiyoonaa Addunyaa mana keessaa Iskootilaanditti gaggeeffamurratti Atileetoonni Itiyoophiyaa 14 ni hirmaatu

Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC) – Fiigicha mana keessaa Addunyaa Iskootilaanditti gaggeeffamurratti Atileetoonni Itiyoophiyaa14 fageenya garaagaraa kan hirmaatan ta’uu ibsameera. Fiigicha kanarratti Itiyoophiyaan Atileetoota dhiiraa 6 fi dubartootaa 8 bakka kan buutu ta’uu eerameera. Fageenya meetira 800 Atileet Haabtaam Alamuu, Tsiggee…
Read More...