Ispoortii
Atileet Tigisti Asaffaa fi Yoomiif Qajeelchaan Atileetii cimoo waggaa ta’uuf kaadhimaman
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2018 (FMC) – Atileet Tigisti Asaffaa fi Yoomiif Qajeelchaan Atileetii cimoo daandiirraa waggaa ta’uuf kaadhimaman.
Atileetoonni kunneen dorgommiiwwan daandirraa bara kana irratti hirmaataniin qabxiin galmeessan kaadhimamtoota keessatti akka hammataman isaan taasisuu Atileetiksiin addunyaa ragaa…
Read More...
Riyaal Maadriid 2 -1 Baarseloonaa
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Laaligaa Ispeen torbee 10ffaan Riyaal Maadriid Baarseloonaa injifate.
Riyaal Maadriid taphoota El Kilaasikoo torba booda har'a galchii 2 fi 1n Baarseloonaa injifate.
Kana hordofee…
Arsenaal 1 – 0 Kiristaal Paalaas
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaa har'a taphatameen Arsenaal Kiristaal Paalaas injifachuun dursummaa isaa cimsate.
Arsenaal galchii 1 fi 0n Kiristaal Paalaas injifateera.…
Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Vaaleensiiyaa injifate
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii har'a Vaaleensiiyaatti dorgomame injifate.
Atileet Yoomiif Qajeelchaan fageenyicha daqiiqaa 58:02 xumuruun injifateera.
Dorgommii…
Taphni har’a Arsenaal Kiristaal Paalaas, Astoon Viilaan ammoo Maanchiister Siitii…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaan taphni har'a Arsenaal Kiristaal Paalaas, Astoon Viilaan ammoo Maanchiister Siitii keessummeessan ni eegama.
Piriimeer Liigichaan har'a taphoonni 5…
Maanchiister Yuunaayitiid 4 – 2 Biraayitan
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaan Maanchiister Yuunaayitiid Biraayitan injifate.
Maanchiister Yuunaayitiid galchii 4 fi 2'n Biraayitan injifateera.
Maatiyaas Kuunyaa fi Kaasemiiroon…
Taphoonni Piriimeer liigii Ingiliiz torbee 9ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer liigii Ingiliiz torbee 9ffaan tapha har’a Liidis Yuunaayitiid Weest Haam keessummeessuun eegalamu.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Liidis Yuunaayitiid Weest Haam…