Ispoortii
Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaan Qiddus Giyoorgisii fi Walaayittaa Diichaan morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) - Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 13ffaa har'a taphatameen Qiddus Giyoorgisii fi Walaayittaa Diichaan morkattoota isaanii injifataniiru.
Walaayittaa Diichaan Hambarichoo Duraamee galchii 1 fi 0n yoo injifatu, Qiddus Giyoorgis Baankii Daldala Itiyoophiyaa galchii 3 fi 0n injifateera.
#Oromiyaa…
Read More...
Moorookoon waancaa Afrikaa ala taate
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Tapha moo'atanii darbuu Waancaa Afrikaa har'a taphatameen Afrikaan Kibbaa Moorookoo galchii 2 fi 0n injifachuun morkii keessaa gaggeessite.
Taphni akkaan eegamaa ture taatee hin eegamne keessummeessun…
Arsenaal Nootiingihaam Foresti injifachuun sadarkaa isaa fooyyeffate
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 22ffaa har'a Arsenaal taphatameen Nootiingihaam Foresti injifachuun sadarkaa isaa fooyyeffate.
Arsenaal galchii 2 fi 1n Nootighaam Foresti injifachuun…
Maaliin tapha nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Tapha moo'atanii darbuu Waancaa Afrikaan Maaliin Burkiinaa Faasoo injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte.
Maaliin galchii 2 fi 1n Burkiinaa Faasoo injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbuu…
Waancaa Afrikaan har’a morkiin Leencoota Atilaasiifi Bafanaabafanaa ni eegama
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Taphoota waancaa Afrikaan har'a galgala morkiin Leencoota Atilaasiifi Bafanaabafanaa akkaan eegama.
Waancaa Afrikaa bara kanaan biyyoonni waancaa fudhatuun eegamaa turan kanneen akka Gaanaa, Masir,…
Keeppiverdeen Nuusa Xumuraaf darbite
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Afrikaan Keeppiverdeen Mooritaaniyaa injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbiteetti.
Tapha mo’atanii darbuu biyyoota lameen gidduutti gaggeeffameen carraa rukuttaa adabbii argatteen…
Tapha ijibbaachisaa har’aa Seneegaalii fi Kootdivaar gidduutti gaggeeffamu
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa galgala har'aan taphi ijibbaachisaan Seneegaal Saadiyoo Maanee qabattee fi Kootdiivaar qopheessituu Waancichaa gidduutti gaggeeffamaa xiyyeeffanaa olaanaa argateera.
Tapha waancaa…