Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaampiyoonaan Atileetiksii Qaxxaamura Biyyaa idil addunyaa 45ffaan har’a ni gaggeeffama

Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Qaxxaamuraa Biyyaa Idil Addunyaa 45ffaan har’a Sarbiyaa magaalaa Beelgireeditti gaggeeffama. Atileetoonni biyyoota addunyaa 51 irraa walitti babba’an Shaampiyoonaa kanarratti ni hirmaatu jedhame. Har’a waaree booda sa’aatii 8:45 irraa jalqabee fiigichi dubartootaa meetira kuma…
Read More...

Itiyoophiyaa 2 – 1 Leesseettoo

Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Taphni michoommaa har'a Itiyoophiyaa fi Leesseettoo gidduutti taphatame olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera. Tapha deebii har'a sa'aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti gaggeeffameen…