Ispoortii
Riikardiiwwan 31 kan itti fooyya’an Olompikii Paariis
Finfinnee, Hagayya 6, 2016 (FBC) – Qopheessummaa Faransaayiin kan gaggeeffame Olompikiin Paariis 33ffaan riikardiiwwan 31 fooyya’aniiru.
Guyyoota 16n darbaniif gaggeeffamaa kan ture Olompikiin Paariis 2024 taateewwan dinqisiisoo hedduu keessummeessuun xumurameera.
Taphoota Olompikii kanaan riikardiiwwan haaraan 31 kan galmaa’a yoo ta’u, kunis…
Read More...
Sirni cufiinsa Olompikii Paaris har’a halkan ni gaggeeffama
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) - Guyyoottan 16 darbaniif Faransaay Magaalaa Paarisitti gaggeeffamaa kan ture taphoonni Olompikii 33ffaan har'a halka ni cufama.
Paarisii fi qopheessituu taphoota Olompikii 34ffaa Loos Anjalas waliin…
Hoggantoonni garaagaraa injifannoo Atileet Tigist Asaffaan galmeessite hordofee ergaa baga…
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) –Hoggantoonni Mootummaa Olaanoon injifannoo Atileet Tigist Asaffaan Maaraatoonii Olompikii Paaris 33ffaarratti galmeessite hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde…
Atileet Tigisti Aseffaan meedaaliyaa Meetii injifatte
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) –Fiigicha Maaraatoonii dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atileet Tigisti Aseffaan meedaaliyaa Meetii injifatteerti.
Atileet Amanee Bariisoon sadarkaa 5ffaan xumurte.
Dhalattuun Itiyoophiyaa lammiin…
Dorgommii Fiigichaa kuma 5 dhiirotaa eegamu
Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)- Olompikii Paariis 33ffaan, galgala kanaa dorgommiin fiigicha meetira kuma 5 dhiirotaa Itiyoophyaan irratti hirmaattu akkaan kan eegamuudha.
Dorgommichi Sa’aatii 2:50 irratti kan gaggeeffamu yoo ta’u,…
Darbii Maanchuuriyaan 191’ffaa
Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)- Kilaboonni Magaalaa Maanchister, Maanchister Siitii fi Maanchister Yuunayitid baniinsa taphaa Waancaa Komuniit Shiildii 2024/25'f waliin morkatu.
Kilaboonni Magaalaa Maanchister, Siitii fi Yuunaayitid…
Atileet Taammiraat Tolaan Meedaaliyaa Warqee Itiyoophiyaaf argamsiise
Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)- Olompikii Paariis 33ffaan Fiigicha Maaraatoonii gaggeeffameen Atileet Taammiraat Tolaan 1ffaan xumuruun Meedaaliyaa Warqee Itiyoophiyaaf argamsiiseera.
Atileet Taammiraat dorgommicha sa’aatii 2 fi…