Ispoortii
Har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dhiiraa fi kuma 1fi 500 koorniyaa lamaaniinuu ni gaggeeffamu
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Taphoota Guutuu Afrikaan har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dhiiraa fi kuma 1fi 500 Koorniyaa lamaaniinuu ni gaggeeffamu.
Fiigichi meetira kuma 1 fi 500 dhiirootaa galgala sa’aatii 2:50 fi dubartootaa sa’aatii 2:35 irraa eegalee kan fiigamu yoo ta’uu, Atileetoonni Itiyoophiyaa tilmaama…
Read More...
Atileet Zawudiituu Adaraawu fiigicha maraatoonii walakkaan Meedaaliyaa Meetii argamsiiste
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)-Atileet Zawudiituu Adaraawu fiigicha Maraatoonii Walakkaa dubartootaan Meedaliyaa Meetii argamsiistetti.
Atileet Zawudiituun fiigichaa Maaraatoonii Walakkaa dubartootaa Tapha Guutuu Afrikaa 13ffaa…
Itiyoophiyaan fiigicha meetira kuma10 dubartootaan meedaaliyaa Meetii fi Nahaasii argatte
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) - Taphoota guutuu Afrikaa 13ffaan Itiyoophiyaan fiigicha meetira kuma10 dubartootaan meedaaliyaa Meetii fi Nahaasii argatte.
Atileet Wuddee Kaffaalaa fageenyichaan 2ffaa ba'uun meedaaliyaa Meetii yoo…
Itiyoophiyaa 1- 2 Leeseettoo
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) - Tapha madaallii gahumsaan Itiyoophiyaan Leeseetoon injifatamte.
Tapha michoomaa har'a Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Itiyoophiyaan Leeseettoon galchii 2 fi 1n injifatamteerti.
Gareen…
Haaromsi Istaadiyeemii Magaalaa Finfinnee xumurame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) – Ulaagaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa bu’uura taasiisuun haaromsi Istaadiyeemii Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa ture guutumaan guutuutti xumuramuu Ministeerri Aadaa fi Ispoortii beeksise.…
Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3’n Itiyoophiyaan meedaaliyaa Maaldaa argatte
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)-Dorgommii Fiigicha Gufachiisaa meetira Kuma 3'n Atileet Loomii Mullataa meedaaliyaa Maaldaa Itiyoophiyaaf argamsiisteetti.
Atileet Loomiin dorgommicha daqiiqaa 9 fi Sekoondii 26, maayikiroo Sekoondii…
Dorgommii tarkaanfiin Misgaanaa Waaqumaa Warqee 5ffaa argamsiise
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)-Tapha Guutuu Afrikaa 13ffaan dorgommii tarkaanfii kiiloo meetira 20'n dhiiraan Misgaanaa Waaqumaa meedaaliyaa Warqee 5ffaa Itiyoophiyaaf argamsiiseera.
Dorgommicha Dubartootaan ammoo Sintaayyoo…