Ispoortii
Magaalaa Finfineetti iddooleen oolmaa dargaggootaa eebbifaman
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfineetti Qaammee 5, Guyyaa dhalootaa sababeeffachuun iddooleen oolmaa dargaggootaa eebbifamaniiru.
Har’a Qaammeen 5, Guyyaan Dhalootaa sirnoota garagaraan kabajamaa jira.
Magaalaan Finfinnee bakka tapha daa’immanii fi oolmaa dargaggootaa eebbhisiisuu ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni…
Read More...
Kilabni Meeboon Roobeen Shaampiyoonaa Kilaboota liigii 1ffaa Oromiyaa ta’e
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Dorgommiin Shaampiyoonaa Kilaboota liigii 1ffaa Oromiyaa waliigalaa kan 2015 Magaalaa Roobeetti dorgomamaa ture Olaantummaa Kilaba Meeboon Roobeen goolabameera.
Taphni xumuraa Shaampiyoonaa Kilaboota…
Gareen biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ijipti waliin ni taphata
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Waaliyaawwan har’a galgala gita isaa Ijipti waliin ni taphata.
Hirmaannaa Waancaa Afrikaa ala ta’uun isaa kan mirkanaa’e gareen biyyaalessa Itiyoophiyaa…
Kaadhimamtoonni Badhaasa Baaloondoorii (Balllon d’Or) bara 2023 ifoomaan
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) –Taphattoonni ciccimoon Badhaasa Baaloondoorii (Balllon d'Or) bara 2023f kaadhimaman ifooman.
Taphattoonni 30 badhaasa kanaaf kan kaadhimaman yoo ta’uu’
badhaafamaan yeroo 5 Kiristiyaanoo Roonaaldoon…
Gareen Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa tapha gulaalli Waancaa Afrikaaf Kaayiroo gale
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gita isaa Ijibti waliin tapha gulaalli Waancaa Afrikaa taasisuuf Kaayiroo galeera.
Jilli taphattootaa fi hoggantootaa Gareen Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa…
Garee jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf sirni badhaasa kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Garee jilaa Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Idil Addunyaa 19ffaarraatti hirmaataniif sirni badhaasa kennuu Masaaraa Mootummaa Biyyaalessaatti gaggeeffameera.
Sirna badhaasicharratti…
Arsenaalii fi Maanchister Yuunayitid si’a 237ffaaf walmorkatu
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 4ffaan Arsenaal dirree isaa Filaay Emireet irratti Maanchister Yuunayitid har'a keessummeessu hawwiin eegama.
Kilaboonni taphattoota bitanii walitti gurguruu…