Ispoortii
Taphni Xumuraa Waancaa Awurooppaa har’a gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)-Taphni xumuraa Waancaa Awurooppaa 17ffaan tapha Ispeenii fi Ingiliz gidduutti gaggeeffamuun har'a goolaba argata.
Taphni Waancaa Awurooppaa keessummeessummaa Jarmaniin Waxabajjii 7, 2016 Irraa eegaluun gaggeeffamaa turuun ni yaadatama.
Tapha xumuraaf kan ga'an Ispeenii fi Ingiliz Waancaa Awurooppaa argachuuf…
Read More...
Luwiis Naanii fi Niwaankiwoo Kaanuun guddina kubbaa miilaa Itiyoophiyaaf deeggarsa barbaachisu…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) –Taphataan Kubbaa Miilaa duraanii Poorchugaal Luwiis Naanii fi kan Naayijeeriyaa Niwaankiwoo Kaanuun guddina kubbaa miilaa Itiyoophiyaaf deeggarsa barbaachisu taasiisuuf qophii ta'uu ibsan.
Taphattoonni…
Leenjisaa Gaareez Saawuuzgeet taphattoonni isaanii of eeggannoon akka taphatan akeekkachiisan
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Ingilaandi Gaareez Saawuuzgeet tapha Waancaa Awurooppaan Ispeen injifachuuf gareen isaanii of eeggannoon akka taphatan akeekkachiisaniiru.
Yeroo 2ffaaf tapha xumuraaf…
Jilli Garee Kubbaa Miilaa Kiitaaraa Finfinnee gale
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Jilli Garee Kubbaa Miilaa Ugaandaa Kilaba Kiitaaraa Finfinnee galeera.
Jilichi waayita Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahu Walitti qabaa Boordii Kilaba Machaal Dooktar Saayifa Geetahuun,…
Ingilaand tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC) - Tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Awurooppaa halka kana taphatameen Ingilaand, Neezarlaand injifachuun tapha xumuraa dabarte.
Ingilaand galchii 2 fi 1n Neezarlaand injifachuun tapha waancaaf geesserti.…
Oliveer Jiruud Garee Biyyaalessaa keessaa of baase
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Taphataan Garee Biyyaalessaa Faransaayii galchii hedduu lakkoofsisuun beekamu Oliveer Jiruud umrii waggaa 37ffaa isaatti garee biyyaalessaa keessaa of baase.
Jiruud taphaa waancaa Awurooppaa 17ffaa…
Ingilizii fi Neezerlaandi keessaa Ispeen waliin kan morkatu har’a adda ba’a
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Waancaa Awurooppaa 17ffaan tapha har’a gaggeeffamuun gareen Ispeen waliin Waancaaf Morkatu har’a adda ba’a.
Tapha har’a Ingilizii fi Neezerlaandi gidduutti taphatamu akkaan kan eegamuudha.
Taphichi…