Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Atleet Lattasanbat Maaraatoonii Niwuu Yoorki Baatii Sadaasaa keessa gaggeeffamurratti ni hirmaatti jedhame

Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC) – Atleet Lattasanbat Giday Maaraatoonii Niwuu Yoorki bara Faranjootaa Sadaasaa 5, 2023 gaggeeffamurratti kan hirmaattu ta’uu ibsameera. Atleet Lattasanbat Giday fiigicha maaraatoonii Vaaleensiiyaatti gaggeeffameerratti hirmaachuun sa’aatiin fooyya’aa galmeessuun xumuruun kan yaadatamuudha. Maaraatoonii Niwuu…
Read More...