Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Saalaaddiin Sa’iid tapha dhaabe

Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Kilaboota Kubbaa Miilaa garaagaraa fi Garee Biyyaalessa Ityoophiyaa waggoota hedduuf tajaajilaa kan ture Saalaaddiin Sa’iid taphaa dhaabuun ibsame. Saalaaddiin waggoota 15’f garee biyyaalessaa…