Ispoortii
Taphni Darbii Shaggar yeroo jalqabaaf Dubaayitti taphatamuufi
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Taphni Darbii Shaggar yeroo jalqabaaf Emireetoota Araba Gamtoomanii Magaalaa Dubaayitti taphatamuufi ta’uu ibsame.
Kilaboonni lamaan Magaalaa Finfinnee Qiddus Giyoorgisii fi Bunni Itiyoophiyaa Guraandhala 16, 2016 Dubaayitti taphachuuf ta’uu ibsa miidiyaaleef kennaniin beeksisaniiru.
Turtii Guraandhala…
Read More...
Taphataa du’a ooluun oolmaa guddaa biyyaaf oole – Sabaastiiyaan Haalar
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Taphataan Sarara fulduraa Iyivoorii Koosti Sabaastiiyaan Haalar dhibee Kaansarii dandamachuun biyyattiin Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa akka taatu gahee olaanaa baheera.
Taphataan sarara fulduraa…
Kootdiivaar yeroo 3ffaaf Waancaa Afrikaa injifatte
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaa har'a gaggeeffameen Kootdiivaar galchii 2 fi 1'n Naayijeeriyaa injifatteetti.
Kootdivaar kanaan dura bara Faranjootaa 1992 fi bara 2015 shaampiyoonaa taatee turuun ni…
Taphni Waancaa Afrikaa har’a xumurama
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)-Taphni Waancaa Afrikaa 34ffaan Kootdiivaaritti gaggeeffamaa ture har'a ni goolabama.
Sagantichaan taphni Naayijeeriyaa fi Kootdiivaar gidduutti gaggeeffamu hawwii olaanaan kan eegamuudha.
Amajjii 4…
Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umurii 17 gadiin Itiyoophiyaan marsaa itti aanuuf dabarte
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) - Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umurii 17 gadiin Itiyoophiyaan Afrikaa Kibbaa injifachuun marsaa itti aanuuf dabarte.
Gareen kubbaa miilaa dubartoota Itiyoophiyaa tapha marsaa duraa goolii 3…
Maanchiister Siitiin Eevartan injifachuun liigicha dursuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) - Taphoota piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 24ffaa har'a taphatameen Maanchiister Siitiin Eevartan injifachuun liigicha dursuu eegaleera.
Maanchiister Siitiin galchii 2 fi 0n Eevartan injifachuun…
Obbo Isaayyaas Jiraan Miseensa Koree Hoji Raawwachiiftuu CAF ta’uun filaman
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Obbo Isaayyaas Jiraan Miseensa Koree Hoji Raawwachiiftuu Federeeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) ta’uun filamaniiru.
Federeeshinii Kubbaa…