Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Moorookoon waancaa Afrikaa ala taate

Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Tapha moo'atanii darbuu Waancaa Afrikaa har'a taphatameen Afrikaan Kibbaa Moorookoo galchii 2 fi 0n injifachuun morkii keessaa gaggeessite. Taphni akkaan eegamaa ture taatee hin eegamne keessummeessun olaantummaa Afrikaa Kibbaan xumurameera. Bafanaabafanaan biyya waancaaf tilmaamamaa turte garee Leecota…
Read More...