Ispoortii
Ispoorteessaa jiminaastikii biyya isaa bakka bu’ee Olompikii irratti hirmaachuuf mul’ata qabu…
Finfinnee Amajjii 22, 2018(FMC) - Ispoorteessaa fi dorgomaan Jiminaastikii, barataan Yuunivarsiitii Jimmaa Dirribaa Toleeraa feestiivaala ispoortii barattoota Yuuniivarsiitiiwwan Itiyoophiya irratti yeroo gaarii dabarsaa jira.
Feestiivaalli ispoortii kun yoo xumuramu dorgommicha kan keessummeesse Yuuniivarsiitiin Jimmaa qabxii 76n 1ffaa ta'uun…
Read More...
Tapha ramaddii xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa…
Finfinnee, Amajjii 20 , 2018 (FMC) – Taphoonni ramaddii xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala ni taphatamu.
Kaayiraat, Silaaviyaa Piraag, Viyaariiyaal fi Ayintiraafiraankfart dorgommicha keessaa kan gaggeeffaman yoo…
Nageellee Arsii 1- 0 Buna Sidaamaa
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 17ffaan Nageellee Arsiin Buna Sidaamaa injifate.
Nageellee Arsiin galchii 1 fi 0’n Buna Sidamaa injifateera.
Daawwiit Tafarraan daqiiqaa 90+4’…
Paatiriik Doorguu baatiiwwan 2 oliif dirreerraa ni fagaata
Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Taphataan Maanchistar Yuunaayitid Paatiriik Doorguun sababa miidhamaan baatiiwwan 2 oliif dirree irraa ni fagaata jedhame.
Tapha Maanchistar Yuunaayitid fi Arseenaal tibbana taphatan irratti kan…
Arsenaal 2 – 3 Maanchiister Yuunaayitiid
Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 23ffaa har'a taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaal injifateera.
Taphni torbee 23ffaa akkaan eegamaa ture kun galchii 3 fi 2'n olaantummaa Maanchiister…
Feestivaalli Ispoortii dhaabbilee barnoota olaanoo 49 hirmachise Jimmaatti gaggefamu eegalame
Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) – Feestivaalli Ispoortii dhaabbilee barnoota olaanoo 49 hirmachise Magaalaa Jimmaatti gaggefamuu eegaleera.
Ispoortiin guddina waliigalaa biyya tokkoo keessatti qooda guddaa qaba jedhan Ministir Deetaan…
Atileet Hagoos Gabrahiwoot fi Atileet Biqilee Anbasseen dorgommii fiigicha daandiirraa kiiloomeetira…
Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) – Atileet Hagoos Gabrahiwoot fi Atileet Biqilee Anbasseen dorgommii fiigicha daandiirraa kiiloomeetira 10 Itiyoophiyaa 1ffaa injifataniiru.
Dorgommii fiigicha daandiirraa kiiloomeetira 10 guyyaa har’aa…