Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Aleeksaandar Arnoold Maadriidiif mallateesse

Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Taphataa sarara ittisaa Liiverpuul kan ture Aleeksaandar Arnoold Maadriidiif mallateesseera. Aleeksaandar Arnoold torbee lama dura kilaba isa guddise Liiverpuuliin adda bahuu isaa beeksisee ture. Kilaba haaraa fi iddoolee garaagaraatti taphachuun of madaaluu akka barbaadu wayita Liiverpuul gadi…
Read More...