Ispoortii
Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni murteessoon ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni har'a Eevartan Maanchiisteer Siitii, Arsenaal Biraayitan waliin taasiisan akkaan eegama.
Taphni waaree booda sa'aatii 10:00 irraa eegaluun Eevartan sodaa gara liigii gadiitti bu'uuf qabu hambisuuf, Maanchiisteer Siitiin ammoo Waancaa piriimaayeer ligichaa fudhachuuf…
Read More...
Shaampiyoonaan Ispoortii magaaloota godina Jimmaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii magaaloota godina Jimmaa guyyaa har'aa eegaleera.
Shaanpiyoonaa kana irratti ispoortessitoonni 700 ol maagaalota 36 irraa walitti babba'an kan hirmaatan yoo ta'u, dorgommichi…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphni Riyaal Maadridii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a gaggeeffamuun taphni Riyaal Maadridii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Taphni walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii…
Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaan Walaayittaa Diichaa fi Adaamaan qabxii…
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Taphni Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaan har’a waaree booda Walaayittaa Diichaa fi Adaamaa gidduutti taphatame goolii 1 walqixa xumurameera
Adaamaaf daqiiqaa 65ffarratti Yooseef…
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha ramaddii Waancaa Afrikaa Maalaawwii waliin Moozaambikitti ni…
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha ramaddii Waancaa Afrikaa 5ffaa Maalaawwii waliin Moozaambikitti kan taphatu ta’uu Federeeshiniin kubbaa Miilaa Ityoophiyaa beeksise.
Taphichi Waxabajjii…
Fiigicha daandiirraa biyyoota garaagaraatti dorgomameen Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Eebla 30 , 2015(FBC)- Dorgommii fiigicha daandiirraa biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifannoo gonfataniiru.
Dorgommii fiigicha maaraatoonii Piraag guyyaa kaleessaa Cheek Rippaabiliikitti…
Dorgommii fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 umrii 20 gadiin Atileetonni Ityoophiyaa 1ffaa-3ffaa…
Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Dorgommii Shaampiyoonaa umrii 20 gadii Zaambiyaa Nidoolaatti gaggeeffamerratti fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 Atileetonni Ityoophiyaa 1ffaa-3ffaa bahuun injifataniiru.
Dorgommicha Atileet Wuubrist…