Ispoortii
Liyoonel Meesiin PSG gadi lakkisuun mirkanaa’e
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa garee Biyyaalessa Arjentiinaa fi Baarseloonaa duraanii Liyoonel Meesiin kilaba PSG gadi lakkiisuun mirkanaa’eera.
Leenjisaan Kilaba Kubbaa Miilaa PSG Kiristoofer Gaaltier Liyoonel Meesiin Sanbata dhufu kilabichaaf tapha xumuraa kan taphatu ta’uu ibsaniiru.
‘’Seenaa kubba miilaa…
Read More...
Qidduus Giyoorgis Laga Xaafoo Laga Daadhii injifachuun carraa waancaa fudhachuuf qabu bal’ifate
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Tapha Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 27ffaa har’a taphatameen Qidduus Giyoorgis Laga Xaafoo Laga Daadhii goolii 2 fi 1n injifateera.
Qidduus Giyoorgis taphicha injifachuu isaa…
Naannoo Somaaleetti Ispoortii babal’isuu fi misoomsuuf hojjetamaa jira – Obbo Musxafee Mahaammad
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti Ispoortii babal’isuu fi misoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Musxafee Mahaammad ibsaniiru.
Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo…
Shaampiyoonaa Kilaboota Naannoleerratti Oromiyaarraa Kilaboonni 9 ni hirmaatu
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaa Kilaboota naannolee Ityoophiyaarratti Naannoo Oromiyaarraa Kilaboonni 9 ni hirmaatu.
Shaampiyoonaan Kilaboota Naannolee Ityoophiyaa Waxabajjii 3, 2015 Naannoo Sidaamaatti gaggeeffama.…
Cheelsiin Maawuriisiiyoo Poochetiinoo leenjisaa garichaa taasiisuun muude
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Lixa Landan Cheelsiin Maawuriisiiyoo Poochetiinoo leenjisaa garichaa taasiisuun muuduu beeksiise.
Ga’eessi Umrii waggaa 51 Maawuriisiiyoo Poochetiinoon leenjisaa olaanaa…
Fiigicha Daayimand Liigii Moorookoo Raabaatiitti fiiggameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) – Fiiigicha Daayimand Liigii halkan edaa Moorookoo Raabaatiitti fiiggameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aaniiru.
Fiigicha fageenya Meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti dorgomameen Atleetoonni…
Shaampiyoonaan kubbaa miilaa magaaloota godina Jimmaa Xumurame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2015(FBC)- Shaampiyoonaan kubbaa miilaa magaaloota godina Jimmaa torban lamaaf geggeffamaa ture xumurameera.
Shaampiyonicharratti magaaloonni 36 kan hirmaatan yoo ta’u dorgommii diviziyoona 1ffaan magaalaan…