Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Yergan Kiloop xumura bara taphaa kana Leenjisummaa Kilaba Liivar Puulirraa kan gaggeeffaman ta’uu ibsame

Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Leenjisaan Kilaba Liivar Puul Yergan Kiloop xumura bara taphaa kana Leenjisummaarraa kan gaggeeffaman ta’uu ibsameera. Leenjisichi sagantaan taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 hanga xumuramutti qofa kilabicha kan leenjisan ta’uu eerameera. Lammiin Jarman leenjisaa beekkamaan kun bara…
Read More...