Ispoortii
Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi har’a taphatameen Maanchiister Siitiin yoo injifatu, Cheelsiin injifatame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaa har'a taphatameen Maanchiister Siitiin Luutoo Taawoon yoo injifatu, Cheelsiin Eevataniin injifatameera.
Siitiin Luutoo Taawoon goolii 2 fi 1n, Eevartan goolii 2 fi 0n Cheelsii injifataniiru.
Taphoota biroo har'a waaree booda sa'aatii 11:00 irraa jalqabee…
Read More...
Atileetoota Olompikii Paarisirratti hirmaataniif hojiin qorannoo fi to’annoo farra…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Atileetoota Olompikii Paaris bara Faranjootaa 2024 irratti hirmaataniif hojiin qorannoo fi to'annoo farra si'eessituu dursee eegalemuuf ta'uu Abbaan Taayitaa Farra Si'eessituu Itiyoophiyaa beeksise.…
Magaalaa Hawaasaatti deemsi miilaa namoota kuma 5 ol hirmaachise gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Magaalaa Hawaasaatti deemsi miilaa namoota kuma 5 ol hirmaachise kan kiiloo meetira 3 gaggeeffameera.
Deemsi kun mata duree 'Maanguddoota nan kabaja, eebba isaanitti ni quufa', jedhuun gaggeeffameera.…
Lattaasanbat Giday baadhaasa Naamusa Ispoortessummaa Idil Addunyaa mo’atte
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Atileet Lattaasanbat Giday badhaasa naamusa Ispoortessummaa Idil Addunyaa injifatte.
Atilaat Lattaasanbat Giday badhaasichaa kan injifachuu dandeese dhalattuun Itiyoophiyaa lammiin Neezerlaandii Atileet…
Shaampiyoonaan Kilaboota Oromiyaa Olaantummaa Kilabii B/M/Adaamaan xumurame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaa kilaboota Oromiyaa 12ffaan Naannoo Oromiyaa Magaalaa Asallaatti gaggeefamaa ture olaantumma Kilabii Bulchiinsa Magaalaa Adaamaan xumurame.
Sirni cufiinsaa sagantichaarratti Hogganaan…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan boruu eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan tapha boru Kiristaal Paalaas Liivar Puul waliin waaree booda sa’aatii 9:30 irraa jalqabuun taphataniin eegalama.
Sa’aatii 12:00 irraa jalqabee…
Rikardiin fageenya maayilii tokkoo Atileet Dirribee Waltajjiin galmaa’e ragga’e
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)-Rikardiin fageenya maayilii tokkoo Atileet Dirribee Waltajjiin galmaa'e ragga’e.
Yeroo jalqabaatiif dorgommii maayilii tokkoo dubartootaa Laatiiviyaatti gaggeeffamerratti, Atileet Dirribee Waltajjii…