Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni Arsenaal Weest Haam, Biraayitan Tootanhaam waliin taasiifamu ni eegama

Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 19ffaa har’a taphatamuun taphni Arsenaal, Weest Haam, Biraayitan Tootanhaam waliin taasiifamu akkaan eegama. Halkan sa’aatii 4:30 Biraayitan falmiin Tootanhaam waliin taasiisu akkaan eegama. Taphni darbii Landan halkan har’aa sa’aatii 5:15 irraa eegalee…
Read More...

Cheelsiin Wolvisiin injifatame

Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 18ffaa har'a gaggeeffameen Cheensiin Wolvisiin goolii 2 fi 1n injifatameera. Cheelsiin bara taphaa kana yeroo 8ffaaf injifataneera. #Oromiyaa #Ityoophiyaa…

Liivarpuul 1 -1 Arsenaal

Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 18ffaan taphni Liivarpuulii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffame goolii 1 qixaan xumurame. Taphoota biroo har'a taphatameen Weest Haam 2 - 0 Maanchiisteer…