Ispoortii
Taphni Waancaa FA Ingilaandi har’a Maanchiisteer Siitii fi Yuunaatiid gidduutti taasiifamu akkaan eegama
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa FA Ingilaandi har’a Maanchiisteer Siitii fi Maanchiisteer Yuunaatiid gidduutti taasiifamu Maanchuriyaan Darbii 189ffaan akkaan eegamu.
Kilabootni magaalaa Maanchistar laman har'a sa'aatii 11:00 irraa eegalee Waancaa FA Ingilaandi bara kanaa fudhachuuf wal morkatu.
Maanchistar Siitiifi…
Read More...
Atleet Siimboo Alamaayyoo dorgommii Daayimand Liigii gufachiisa meetira kuma 3 injifatte
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) –Atleet Siimboo Alamaayyoo dorgommii daayimandi Liigii gufachiisaa meetira kuma 3 marsaa 3ffaaf eda galgala Xaaliyaanii magaalaa Filoorensitti dorgomame injifatteerti.
Atleet Siimboo sa’aatii saffisaa…
Liyoonel Meesiin PSG gadi lakkisuun mirkanaa’e
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa garee Biyyaalessa Arjentiinaa fi Baarseloonaa duraanii Liyoonel Meesiin kilaba PSG gadi lakkiisuun mirkanaa’eera.
Leenjisaan Kilaba Kubbaa Miilaa PSG Kiristoofer Gaaltier…
Qidduus Giyoorgis Laga Xaafoo Laga Daadhii injifachuun carraa waancaa fudhachuuf qabu bal’ifate
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Tapha Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 27ffaa har’a taphatameen Qidduus Giyoorgis Laga Xaafoo Laga Daadhii goolii 2 fi 1n injifateera.
Qidduus Giyoorgis taphicha injifachuu isaa…
Naannoo Somaaleetti Ispoortii babal’isuu fi misoomsuuf hojjetamaa jira – Obbo Musxafee Mahaammad
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti Ispoortii babal’isuu fi misoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Musxafee Mahaammad ibsaniiru.
Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo…
Shaampiyoonaa Kilaboota Naannoleerratti Oromiyaarraa Kilaboonni 9 ni hirmaatu
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaa Kilaboota naannolee Ityoophiyaarratti Naannoo Oromiyaarraa Kilaboonni 9 ni hirmaatu.
Shaampiyoonaan Kilaboota Naannolee Ityoophiyaa Waxabajjii 3, 2015 Naannoo Sidaamaatti gaggeeffama.…
Cheelsiin Maawuriisiiyoo Poochetiinoo leenjisaa garichaa taasiisuun muude
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Lixa Landan Cheelsiin Maawuriisiiyoo Poochetiinoo leenjisaa garichaa taasiisuun muuduu beeksiise.
Ga’eessi Umrii waggaa 51 Maawuriisiiyoo Poochetiinoon leenjisaa olaanaa…