Ispoortii
Shaampiyoonaan Ispoortii Aanaalee Godina Harargee Bahaa eegale
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) –Shaampiyoonaan Ispoortii Aanaalee Godina Harargee Bahaa 20 fi bulchiinsa magaaloota 4 hirmaachise eegaleera.
Shaampiyoonichi kubbaa miilaa fi Saaphanaa dabalatee gosoota ispoortii adda addaan ni dorgomama jedhame.
Dorgommichi Ispoorteessitoota ciccimoo maqaa naannoo fi biyyattii waamsisan horachuuf kan…
Read More...
Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii Maaraatoonii Tookiyoon milkaa’aan
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) –Atleetoonni Ityoophiyaa kooriniyaa lamaaniinuu dorgommii Maaraatoonii Tookiyoon milkaa'aniiru.
Dorgommii dhiirota gidduutti taasifameen Atleet Deessoo Galmeessaa sa'aatii 2 fi daqiiqaa 5 fi…
Liyooneel Meesiin Badhaasa taphataa cimaa FIFA injifate
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Taphataan garee biyyaalessaa Arjentiinaa fi PSG yeroo ammaa Liyooneel Meesiin Badhaasa taphataa cimaa Waldaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa Idil Addunyaa injifateera.
Meesiin morkattoota isaa…
Biyyoota garaagaraatti dorgommiiwwan atileetiksiin Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC)-Sanbataa fi Dilbataa biyyoota garaagraatti dorgommiiwwan Atileetiksii gaggeeffamaniin Atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii Maaraatoonii Jaappaan Osaakaa irratti dubartootaan Heelan…
Naannoon Oromiyaa waldorgommii shaampiyoonaa atileetiksii guddattoota biyyaalessaa olaantummaan…
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015(FBC)- Waldorgommii Shaampiyoonaa atileetiksii Guddattootaa Biyyoolessaa 1ffaa Magaalaa Dirree Daawaatti adeemsifamaa tureen gareen Atileetiksii guddattoota Oromiyaa injifate.
Shaampiyoonaan Atikeetiksii…
Atileet Gudaaf Tsaggaayee fiicha mana keessaa meetira 3000 injifatte
Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaayee fiicha mana keessaa dubartootaa meetira 3000 injifatte.
Fiigichaa mana keessa meetira 3000 Barmiingihaamitti gaggeeffamerratti kan hirmaattee Atileet Gudaaf fageenyichaa…
Aanaan Gommaa Shaamphiyoonaa Ispoortii Aanaalee Jimmaa taate
Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii Aanaalee Godina Jimmaa olantummaa Aanaa Gommaan xumurame.
Hirmaannaa fi naamusaan Aanaan Saqqaa Coqorsaa injifateera.
Shaampiyoonaan Ispoortii Tapha Guutuu Aanaalee Godina…