Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Itiyoophiyaa 1 – 0 Giinii Bisaaw

Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Taphni Gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 9ffaan Itiyoophiyaa fi Giinii Bisaaw gidduutti taphatame olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera. Itiyoophiyaan galchii 1 fi 0'n Giinii Bisaaw injifachuun qabxii waliigalaa gara 9tti ol guddifatteetti. Raamkeel Jamsi daqiiqaa 27ffaarratti galchii tokkittii…
Read More...