Ispoortii
Giraavanbarch taphataa dargaggeessa cimaa Piriimeer Liigii Inigilaandi baranaa ta’uun filatame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Taphataan sarara gidduu Liivarpuul Giraavanbarch taphataa dargaggeessa cimaa bara dorgommii Piriimeer Liigii Inigilaandi 2024/25 ta’uun filatame.
Dargaggeessa umrii waggaa 23 kan ta’e Giraavanbarch, taphoota liigichaa 36 irratti hirmaateen kubbaawwan gooliif ta’an 4 mijeessuun kennuu danda’eera.…
Read More...
Falmii hanga torbee 38ffaatti kan shaampiyoonaa ta’e adda hin baane Seerii A Xaaliyaanii
Finfinnee, Caamsaa 15, 2017 (FMC) – Taphoonni torbee 38ffaa Seerii A Xaaliyaanii har’a taphataman ni eegamu.
Qabxii 79 seeri’icha dursaa kan jiru Naappooliin har’a halkan sa’aatii 3:45 eegalee morkiin Kaagliiyaarii waliin taasiisu ni…
Galchiiwwan 173 lakkoofsisee kubbaawwan galchii ta’an 101 mijeessee waancaa tokko qofa kan milkeesse…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Jifataan Tootenhaam lammiin Kooriyaa Kibbaa San Hiwuung Miin boqonnaa jireenya isaa kubbaa miilaa keessaa isa baay'ee jabaa ta’e milkeesseera.
Dargaggoon Umrii waggaa 32 San Hiwuungi Miin…
Tootenhaam Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 13, 2017 (FMC) - Tootenhaam Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa bara kanaa ta'eera.
Tapha xumuraa Liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Tootenhaam galchii 1 fi 0n Maanchiister…
Maanchiister Siitii 3 – 1n Boornimaawuuz
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) - Tapha qixxeessituu Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaa halkan kana taphatameen Maanchiister Siitiin Boornimaawuuz injifachuun sadarkaa isaa gara 3ffaatti fooyyeffate.
Siitiin galchii 3 fi 1n…
Morkii Maanchiister Siitiin hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa argachuuf taasiisu
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) – Tapha qixxeessituu torbee 37ffaa Piriimeer Liigii Ingiliiziin falmiin har’a Maanchiister Siitiin Boornimaawuuz waliin taasiisu ni eegama.
Kilaboonni lamaan har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalanii waliin…
Arsenaal 1 – 0 Niwuukaasiil
Finfinnee, Caamsaa 10, 2017(FMC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0n Niwuukaasiil injifateera.
Kana hordofee Arsenaal hirmaannaa Shaampiyoonsi liigii argachuu mirkaneeffateera.…