Ispoortii
Astoon Viilaa 2 – 4 Arsenaal
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Arsenaal Astoon Viilaa injifachuun dursummaa liigichaatti deebi'e.
Tapha har'a waaree booda kilaboota lamaan gidduutti gaggeeffameen Arsenaal Istaadiyeemii Viillaa Paarkitti Astoon Viilaa goolii 4 fi 2n injfateera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;…
Read More...
Fiigicha qaxxamuraa biyyaa Idil Addunyaa Awustiraaliyaatti dorgomameen Atleetonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Fiigicha qaxxamuraa biyyaa Idil Addunyaa 44ffaa Awustiraaliyaatti dorgomameen Atleetonnii Ityoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii kiiloo meetiraa 8 Riilee walmakaa dorgomameen Atleetoonni Ityoophiyaa…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonnii 8 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphoota torbee 24ffaan har’a taphoonni 8 ni taphatamu.
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonnii 8 kan gaggeeffamu yoo ta’u, taphni Astoon Viillaa fi…
Atleet Lammeechaa Girmaa Fiigicha Mana keessaa meetira kuma 3 riikkardii haaraa galmeessuun injifate
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2015 (FBC) -Atleet Lammeechaa Girmaa Fiigicha Mana keessaa meetira kuma 3 riikkardii addunyaa haaraa galmeessuun injifateera.
Fageenyicha daqiiqaa 7 fi sekoondii 23 fi maayikiroo sekondii 81 xumuruun…
Gareen Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii manneen barnootaarratti hirmaatu gara…
Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa miilaa manneen Barnoota Naannoo Oromiyaa irraa Ityoophiyaa bakka bu'uun dorgommii manneen barnootaa Taanzaaniyaatti qophaa’erratti hirmaataniif geggeessi taasifameera.
Sagantaa…
Maaraatooniin Dubaay koorniyaa lamaaninuu injifannoo Atleetoota Ityoophiyaan xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Dorgommii Maaraatooniin Dubaayitti gaggeeffameen koorniyaa lamaaninuu Atleetoonni Ityoophiyaan injifatan.
Dorgommii Atleetoota dhiiraa gidduutti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa 1ffaa hanga…
Jila Atleetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa 44ffaa irratti hirmaatuuf gaggeessaan…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 20015 (FBC) - Jila Atleetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa 44ffaa irratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifameera.
Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa 44ffaan bara Faranjootaa…