Ispoortii
Joozee Moriinhoon har’a kilaba isaa duraanii waliin falmata
Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a magaaloota Awurooppaa garaagaraa keessatti ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 jalqabee Joozee Moriinhoon Beeneefikaa dursuun kilaba isaa duraanii Cheelsii waliin falmiin taasiisu ni eegama.
Cheelsiin kilaba jabaa ta’uu dubbatan, Joozee…
Read More...
Jilli Shaampiyoonaa Biskileettii Addunyaarratti hirmaate Finfinnee gale
Finfinnee, Fulbaana 19, 2018 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Biskileettii Addunyaarratti hirmaachuun ga’umsa dinqisiisaa agarsiise har’a Finfinnee galeera.
Shaampiyoonaa Biskileettii addunyaa qopheessummaa Ruwaandaan Fulbaana 11…
Astoon Viilaan Fuulhaamiin goolii 3 fi 1’n injifate
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 6ffaan Astoon Viilaan Fuulhaamiin goolii 3 fi 1’n injifateera.
Taphni Arsenaal fi Niwukaastil Yuunaayitid galgala sa’aatii 12:30’tti taphatan ni eegama.
#Oromia…
Piriimeer Liigii Ingiliiziin taphni har’a Niwuukaasiil Arsenaal keessummeessuu ni eegama
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan taphni har’a Niwuukaasiil Arsenaal keessummeessuu hawwiin eegama.
Har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee Astooni Viilaan – Fuulhaama waliin taphata.…
Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan..
Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Bireentifoordi – Maanchiister Yuunaayitiid ni keessummeessa.
Sa’aatii 11:00…
Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa bu’aa gadi aanaa galmaa’eef dhiifama gaafate
Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa bu’aa gadi aanaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti galmaa’eef dhiifama gaafate.
Pirezidaantiin Federeeshinichaa Koomaandar Atileet Silashii…
Sirni carraa baasuu Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2018 gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Sirni carraa baasuu Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2018 har’a gaggeeffameera.
Haaluma kanaan taphni torbee jalqabaa darbii Magaalaa Finfinnee Buna Itiyoophiyaa fi Qidduus Giyoorgis walitti…