Ispoortii
Bunni Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa injifate
Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) - Tapha Piriimiyar Liigii Itiyoophiyaa torbee 30ffaan Bunni Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa galchii 2-0’n injifateera.
Tapha Istaadiyaamii Yuuniivarsiitii Hawaasaatti sa’aatii 9:00 irratti taphatame kanaan galchiiwwan Bunni Itiyoophiyaa ittiin injifate Raamkeel Jeemsii fi Amaanu’eel Adimaasuu lakkoofsisaniiru.…
Read More...
Atileet Madiinaa Iisaa dorgommii fiigicha kiilomeetira 10 Maanchisteritti gaggeeffame injifatte
Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Atileet Madiinaa Iisaa dorgommii fiigicha kiilomeetira 10 Maanchisteritti gaggeeffame injifatteetti.
Atileet Madiinaan dorgommicha daqiiqaa 30 fi sekondii 42 galuun yoo injifattu, Atileet Gooyitatoom…
Taphni Arsenaaliifi Niwukaasil Yuunaayitid ni eegama
Finfinnee, Caamsaa 10, 2017(FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaan taphni Arsenaal Niwukaasil Yuunaayitid waliin har’a galgala sa’aatii 12:30 irratti taphatu ni eegama.
Tapha kana dursee sa’aatii 10:15’tti Nooteenghaam…
Kiristaal Paalaas yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Waancaa FA ta’e
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017(FMC) – Kiristaal Paalaas Maanchiister Siitii injifachuun yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Waancaa FA ta'eera.
Paalaas galchii 1 fi 0n Maanchiister Siitii waancicha fudhateera.
Kilabiin Kubbaa Miillaa Dubartootaa Magaalaa Shaggar Shaampiyonaa Liigii Olaanoo ta’e
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017(FMC) – Kilabiin Kubbaa Miillaa Dubartootaa Magaalaa Shaggar Shaampiyonaa Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa bara 2017 ta'eera.
Kilabichi taphnoonni 3 osoo hafuu piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2018tiitti guddachuu…
Piriimeer Liigii Ingiliiziin taphoonni torbee 37ffaa boru itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaa taphni boru Niwuukaasiil Arsenaal, Weest Haam ammoo Notiingahaam Forest keessummeessan ni eegamu.
Boru waaree booda sa’aatii 8:00 eegalee Eevartan…
Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 27ffaan olaantummaan magaalaa Shaggariin xumurame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 27ffaan guyyoottan 15 darbaniif magaalaa Ambootti gaggeeffamaa ture olaantummaan magaalaa Shaggariin xumurameera.
Taphichi gosoota Ispoortii 24'n magaalota 22fi…