Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Seeneegaal Biyya Afrikaa tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa 22ffaaf ga’uu mirkaneeffatte jalqabaa taate

Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Seeneegaalii fi Neezarlaandi tapha moo’anii darbuuf ga’uu mirkaneeffatan. Taphni Waancaa Addunyaa har’a galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Ekkuwaadoorii fi Seeneegaal gidduutti taphatame olaantummaa Seeneegaaliin xumurameera. Goolii sarr daqiiqaa 44 ffaa fi Koulibaly daqiiqaa 70ffarratti galchaniin…
Read More...

Kaameruun 3 – 3 Sarbiyaa

Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) - Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan Kaameruunii fi Sarbiyaa gidduutti Istaadiyeemii Al Januubitti taphatame goolii 3 qixa xumurame. Castelletto daqiiqaa 29', Aboubakar daqiiqaa 63' fi Choupo-Moting…

Beeljiyam 0-2 Morookoo xumurame

Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan taphni Beeljiyamii fi Morookoo gidduutti gaggeeffameen Morokoon Beeljiyamiin 2 fi 0'n injifatte. Tapha morkii cimaan irratti mul'ate kana daqiiqaa 73ffaarratti taphataa…