Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Ingiliz dorgommii xumuraa Waanca Addunyaaf geesse

Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Ingiliz tapha xumuraa Waanca Addunyaaf qaqqabuun ibsame. Gareen dubartootaa Ingiliz Awustiraaliyaa 3 fi 1’n ijifachuun tapha xumuraaf qaqqabaniiru. Gareen Biyyalessaa Kubbaa Miilaa Ingiliz bara 1966 booda yeroo jalqabaaf dorgommii xumuraaf kan qaqqaban yoo ta’u, Dilbata dhufu…
Read More...