Ispoortii
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 boru ni eegala
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 tapha boru Barnileey Maanchiisteer Siitii keessummeessun ni eegalama.
Barnileey boru Sa’aatii 4:00 irraa eegalee Shaampiyoonaa Piriimaayer liigichaa Maanchiisteer Siitii waliin falmiin taasiisu ni eegama.
Sanbata duraa sa’aatii 8:30 irraa eegalee Arsenaal…
Read More...
Finfinneetti guddattoonni kumni 57 ol leenjii Ispoortii fudhataa jiru
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti guddattoonni kumni 57 ol leenjii Ispoortii fudhachaa jiraachuu Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii magaalichaa beeksiseera.
Koorniyaa lamaaniinuu guddattoonni umriin isaanii waggaa 9 –…
Sa’aatiin Atleet Lammeechaa Girmaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 galmeesse riikardii…
Finfinnee, Hagayya 1, 2015 (FBC) – Sa'aatiin Atleet Lammeechaa Girmaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daayimandii Liigii Paarisiin galmeesse riikardii addunyaa ta'uun mirkanaa'eera.
Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daayimandi…
Gareen Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaa 2ffaa injifate
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michummaa 2ffaa Landan Yuunaayitid waliin taphateen 4 fi 2’n injifateera.
Taphata Suraafeel Daanyaachoo, Shimallis Baqqalaa, Aschaalawu Taammanaa fi Yihuun…
Ityoophiyaan tapha michoommaan Gayaanaa injifatte
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa gara Ameerikaa imaluun tapha michoommaan Kilaba Gayaanaa goolii 2 fi 0n injifateera.
Shimallis Baqqalaan daqiiqaa 11' fi 76' irratti waaliyaawwaniif goolii…
Ityoophiyaa 6 – 1 Zaanzibaar
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 18 gadii gita isaa Zaanzibaar goolii 6 fi 1n injifateera.
Garichi tapha Waancaa Bahaa fi Giddu galeessa Afrikaa Taanzaaniyaatti…
Gareen Kubbaa miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaaf Ameerkaa gale
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaaf Ameerikaa galeera.
Garichi Ameerikaa Bulchiinsa Varjiiniyaa kan buufate yoo ta’u, guyyoottan ittaanaan shaakala akka taasisu eerameera.…