Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Kuwaataar 0 – 2 Ekkuwaadoor

Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphni baniinsa Waancaa Addunyaa 22ffaan Kuwaataarii fi Ekkuwaadoor gidduutti taphatame olaantummaa Ekkuwaadooriin xumurameera. Taphataan Feenarbaachee Enner Vaaleenshiyaan daqiiqaa 16ffaa fi 32ffaarratti galcheen Ekkuwaadoor qabxii 3 argachuun rammaddii ishee dursuu eegalteerti. Odeeffannoowwan waqtaawaa…
Read More...

Waancaan Addunyaa har’a ni eegala

Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) –  Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaan har'a Kuwaataariitti ni eegala. Sirni baniinsaa Istaadiyeemii namoota kuma 60 qabachuu danda'u  Istaadiyeemii Al Baayitiitti ni gaggeeffama jedhame. Sirna…