Ispoortii
Fiigichi guddichi atleetotaa fi qooda fudhattootaaf beekkamtii laate
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Fiigichi guddichi Ityoophiyaa sagantaa beekkamtii kennuu 22ffaa qopheesseen atleetotaa fi qooda fudhattootaaf beekkamtii laatera.
Sagantichi kaleessa mata duree ‘Ityoophiyummaa kootti nan boona’ jedhuun gaggeeffameera.
Haaluma kanaan Atleet Tsaggaayee Kabbadaa, Taammiraat Tolaa, Komaandar Atleet Mossinat…
Read More...
Saadiyoo Maaneen sababa miidhamaan Waancaa Addunyaan ala ta’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Saadiyoo Maaneen sababa miidhamaan tapha Waancaa Addunyaan ala ta’uun mirkanaa’e.
Urjiin duraanii Seneegaal Saadiyoo Maaneen miidhamarraa deebii waancaa addunyaaf taphootaa murteessoo ni taphaata jedhamee…
Jalqabbiin dorgommii gulaallii Kubbaa Miilaa marsaa 2ffaa Paan-Afrikaa Magaalaa Adaamaatti eegale
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Jalqabbiin dorgommii gulaallii Kubbaa miilaa marsaa 2ffaa Paan-Afrikaa Guyyaa har'a magaalaa Adaamaa Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknolojii Adaamaatti eegaleera.
Saganticharratti Hooggantuu…
Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa boqonnaa 2ffaa Isteediyeemii Baahir Daar gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015(FBC)- Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa boqonnaa 2ffaa Isteediyeemii Idil Addunyaa Baahir Daar gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Ministira Ministeera Aadaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaafi…
Carraan ramaddii mo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC) – Carraan ramaddii mo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Haaluma kanaan:- Liverpool v Real Madrid
Club Bruges v Benfica
RB Leipzig v Manchester City
AC Milan v Tottenham…
Maaraatoonii Soweetoo Atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Afrikaa Kibbaa Soweetottii dorgommii fiigicha maaraatoonii gaggeeffamerratti Atileetonni Ityoophiyaa olaantummaan xumuraniiru.
Fiigicha maaraatoonii dhiiraan Dhaabaa Ifaa fageenyicha sa’aatii 2 fi…
Tapha Pirimerliigii Ingilaand torbee 15ffaan Arsenaal Cheelsii waliin si’a 201ffaaf walmorkata
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Tapha Pirimerliigii Ingilaand Dilbata har’aa gaggeeffamuun dursaan liigichaa Arsenaal gara Lixa Landanitti imaluun sadarkaa 6ffaa irratti kan argamu Cheelsii Istaanford Biriijitti morkata.
Seenaa…