Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Beellama Arseenaalii fi Tootinaam 205ffaa

Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Taphni Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaan tapha darbii Arseenaalii fi Tootinaamiin eegala. Kilaboonni Kaaba London lameen kunneen gahumsa bara kana liigicha keessatti agarsiisaa jiran cinaatti miira masaanumaan har'a yeroo 205ffaaf walargu. Arseenaalii fi Tootinaam taphoota 204 waliin taasisaniin…
Read More...

Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) - Taphni gulaallii Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii gita isaa Diimookiraatawaa Koongoo waliin gaggeesse goolii malee qixa xumurameera. Taphni gulaallii Waancaa Afrikaa…